Forwarded fromMAMAKMAAKSA OROMOO✍#makmaaksa_Oromoo ✍🏿"Waaqatu nu eega" jedhanii balbala banaa hin bulan.✍🏼"Hin ta’a jennee sagannee homaa waan ta’u dhabne.✍️"Hin taane kiristinnaan Badhaasaa itti deebi'aa kaasaa#Mammaaka_Oromoo@makmaaksat.me/baacoowwan/21048