Dubartiin Waan afur dhiira caalaa dandeessi!…

Forwarded fromTETEXT JAALALA™
‎✍️Dubartiin Waan afur dhiira caalaa dandeessi!
‎••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
‎☞ Jaalala mi'eessuu.
‎☞ Jireenya bareechuu.
‎☞ Aarii qabbaneessuu.
‎☞ Soba dhugaa fakkeessuu.
‎
‎✍️Dubartiin, Waan afuriin dhiira caalti!
‎☞ Amalaan.
‎☞ Malaan.
‎☞ Garraamummaan.
‎☞ Sodaan.
‎
‎✍️ Dubartiin Waan afuriin jiraatti!
‎☞ Amanttiin.
‎☞ Obsaan.
‎☞ Abdiin.
‎☞ Jaalalaan.
‎
‎✍️Dubartiin, Waan afur hawwiti!
‎☞ Gaa'ila godhachuu.
‎☞ Qabeenya horachuu.
‎☞ Ijoollee horachuu.
‎☞ Gammachuun jiraachuu.
‎
‎✍️ Dubartiin, Waan afur namaa taati!
‎☞ Haadha.
‎☞ Obboleettii.
‎☞ Haadha manaa.
‎☞ Hojjettu mana keessa.
‎
‎✍️ Dubartiin Waan afur himachuu salfatti!
‎☞ Jaalalli yoo qabe.
‎☞ Laguun yoo itti dhufu.
‎☞ Gafii jaalalaaf tole jedhuu.
‎☞ Fedhii saalqunnamtii.
‎!
‎✍️ Dubartiin dhiira akkami jaalatti?
‎☞ Kan isheef amanamu.
‎☞ Kan Amala gaari qabu.
‎☞ Kan jaalala isheef qabu.
‎☞ Kan Kaayyoo qabu.
‎
‎✍️ Dubartiin dhiira akkamii jibbitti?
‎☞ Kan sobu.
‎☞ Kan machaa'u.
‎☞ Kan irratti jaalatu.
‎☞ Dhiira yartuu.!
‎
‎✍️Dubartiin Waan afur ifa baastee dubbatti!
‎☞ Dhugaan yoo jal'ate.
‎☞ Waa'ee nama rakkatee.
‎☞ Waan hawwite yo argatte.
‎☞ Dhibeen yoo ishee qabeef.
‎
‎✍️Dubartiin, Waan afuriif jiraatti!
‎☞ Abba manaa isheef.
‎☞ Ijoollee isheef.
‎☞ Kaayyoo isheef.
‎
‎Waan dubbisteef🙏🙏♥️
‎Join Us// @TextJaalala
@TextJaalala
❤4
October 2, 2026 976 2