Maanguddoo Umrii Waggaa 180, Aanaa Nansaboo.
#Guinness_World_Records Umrii Guddaa Ilma Namaa Jedhee Namoonni Galmeesse Nama Umrii 122 fi Yeroo Biraa Immoo Nama Umrii 164ti.
Maanguddoon Isin Suuraa Irratti Argitan Kuni Bara 2023tti Maanguddoo Umrii 180 Turan. Bara Minilik Keessa Leenjisaa Fardaa Turan. Abbaa Ijoollee 65 fi Ilmaani Ilmaanii 500ti.
Amma Lubbuun Ni Jiranii Laata?
Forwarded fromABC News Afaan Oromoo

November 14, 2026 65