Dhimma #Meta_Ai n wal qabsiisee gaaffii namoota baayyeef deebiin kunooti:
Meta Ai fayyadamee namni tokko #Inbx nama biraa dubbisa shakkii jedhuun wal qabsiisee...waanti dhugaan jiru akkasi dha.
Meta Ai n :✅️Tekinoloojii Dhaabbatni Meta dhiyeenya hojiirra oolche yoo tahu Kunis kan inni gargaaruuf
✍️Salphaatti hojjettoota dhaabbata Meta gaaffii dhimma Facebook, watsapp fi Messnger keenyaa gaafachuu dandeenya.
✍️akkuma #Chtgpt gaaffiiwwan barbaachisoo tahan gaafachuun deebii argachuu dandeenya...
✍️Suuraawwan babbareedoo barbaanne tekinoloojii kanaan hojjetachuun hiriyyoota keenya waliin qooddachuuf
✍️walumaa galatti Tekinoloojiin kun Gaaffiiwwan Messneger , Facebook fi Watsapp jechuun Oomishoota Meta waliin wal qabatan salphaatti akka gaafannee argannuuf nu fayyada malee icciitii keenya dabarsee kan kennu miti.
Kanaaf Sodaachuu hin qabnu.
#Hubachiisa: hanga ammaatti biyya keenya Itiyoophiyaatti Tekinoloojiin kun (Meta AI) hojiirra hin ooliin jira.warri biyya bakkee jirtan garuu Meta Ai For messenger, Meta Ai for Watsapp fi Facebook jettanii argachuun fayyadamuu dandeessu..faayidaawwan gubbaatti ibsaman argachuu dandeessu
👉 https://t.me/alexootech

3December 26, 2024 486