Of eeggannoo⚠️‼️
Telegram keessan irratti hiriyyoota keessan isin beektaniin Message akkasii siniif ergamaa jira taanaan nama sana jalaa Tg n isaa butameera.
Kanaaf irraa of eeggadhaa nama sanaaf bilbilaa beeksisaa...
'Link' sana akka tuqxaniin kallattumaan Tg keessan fudhatamee odeeffannoo Telegram keessan irraa dhabdu. Waliif qoodaa wal oolchaa....
Anaan nama 2 irraa tibbana na qunnameera.
Salphaamatti Website kun kan seera qabeessa miti.
Https utuu tahee secured dha amma garuu http qofa...kanneen biroo siniif qoodna nu hordofaa

10April 13, 2025 636