Tiktok🙆 Amerikaan Dhaabbileen akka #Google fi #Apple store akka… — AlexooTech — TG.ME

#Tiktok🙆
Amerikaan Dhaabbileen akka #Google fi #Apple store akka isaan Tiktok achi irraa buusan itti himte ...
Jiraattonni Amerikaa Keessaa tiktok fayyadaman immoo Yeroon Tiktok n achii cufamu waan dhiyaateef nagaa dhaammataa jiru...
Odeeffannoo #Tekinoloojii yeroo yeroon argachuuf Telegram irraan nu hordofaa waan hedduu dhagahuuf deemnaa👉 https://t.me/alexootech
🔥4
December 16, 2024 496