Facebook Page n baayyeen Followers kan hin mullisnee fi Gaafa seenuuf… — AlexooTech — TG.ME

Facebook Page n baayyeen Followers kan hin mullisnee fi Gaafa seenuuf yaalan Ergaa kana namatti agarsiisaa jira guyyaa har'aa kana ... egaa rakkoon kun kan keessan miti system irraa ykn Dhaabbata Facebook tu sirreessaa jira waan taheef eegaa... odeeffannoo haarawaa kanaan Wal qabatu akkaataà itti sirratus hordofnee siniin geenya Kara youtube Alexootech s hordofaaa
❤1
October 2, 2024 820