"#Ni_danda'aa?"
"Namni garaacha (Stomach )malee jiraachuu ni danda'aa?" Tokkotu akkana jedhee na gaafate. Deebii isaa siniifis haa qoodu.
Sababoota garagaraaf garaachi guutummaa guutuutti baafamuu (Total gastrectomy) danda'a. Yeroo kana, ujummoon nyaataa (Esophagus) gara mari'immaan qal'aatti (Small Intestine)-tti qabsiifaama. Haala kanaan nyaanni ujummoo nyaataa irraa gara mir'immaan qal'aatti kallattiin darba. Kanaafuu, namni garaacha malee jiraachuu ni danda'a. Eeyyeen, ni danda'a!
Fayyaa hin dhabiinaa!
Dr. Abdiisaa Ejjetaati
@Orobook
Forwarded fromDr. Abdisa Ejeta
14
6
2August 15, 2026 1.9K 2 2