Hayyuu Duree ABO Obbo Daawud Ibsaa fi Dura Taa'aa Kongireesii… — Finfinnee tube — TG.ME

Hayyuu Duree ABO Obbo Daawud Ibsaa fi Dura Taa'aa Kongireesii Federaalaawaa Oromo (KFO) Proofeesar Mararaa Guddinaa xalayaa ifaa pireezidantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaaf barreessaniin marii taasisuuf beellamni akka isaaniif qabamu gaafataniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ryS1TWj
BBC News Afaan Oromoo
ABO fi KFO'n pireezidantii Naannoo Oromiyaa wajjin maal marii'achuu barbaadu?
Hayyuu Duree ABO Obbo Daawud Ibsaa fi Dura Taa'aa Kongireesii Federaalaawaa Oromo (KFO) Proofeesar Mararaa Guddinaa xalayaa ifaa pireezidantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaaf barreessaniin marii taasisuuf beellamni akka isaaniif qabamu gaafataniiru.
❤1
November 19, 2025 825 1