Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa har'a… — Finfinnee tube — TG.ME

Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa har'a kennaniin, qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa ilaalchisee ragaa ifoomsaniiru. Akka gabaasa ifoome kanaatti, bara kana barattoonni kuma 563 fi 960 (563,960) qormaaticha fudhachuuf kan galmaa'an yoo ta'u, isaan keessaa bara…

August 23, 2026 171