#Earthquake : Daqiiqa dura Finifinnee fi naannawa gara garaa dabalatuun magaalota birootti rifannoonni sochii lafaa uumameera.
Keessattu jiraattoonni gamoowwan irra jiraatan rifannoonni kun baayye itti dhagahamu isaanii ibsaniiru.
October 26, 2025 516