Finfinnee tube: post #2169 — TG.ME

#Irreechaa

Irreechi Waltajjii Tokkummaafi Miidhaginaa Oromooti!

Ayyaanni Irreechaa dirree jaalalaa, dhiifamaa,tokkummaafi miidhaginaati.
Waltajjii uummanni Oromoofi sabaafi sablammoonni miliyoonotaan lakkaa'aman miidhaginaan irratti hirmaataniidha.
❤3
October 4, 2025 473