Liiverpuul 2 – 2 Notiingahaam Foresti Finfinnee, Hagayya 23, 2018… — ABC News Afaan Oromoo — TG.ME

Liiverpuul 2 – 2 Notiingahaam Foresti

Finfinnee, Hagayya 23, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaa har’a taphatameen Liiverpuul Notingahaam Foresti waliin qixa bahe.

Tapha har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee taphatameen Liiverpuul Notiingahaam Foresti waliin galchii 2 qixa xumureera.

Liiverpuul taphoota lamarratti galchiiwwan 4 lakkoofsisuun, galchiiwwan 4 ammoo keessummeessera.

Qabxii argachuu qabu 6 keessaa 2 qofa milkeesse.

Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@drhoneliat12em💌
❤1
August 29, 2026 783