Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii xiyyaara fe’umsaa gara Chaayinaa Cheenduutti eegale
Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii xiyyaara fe’umsa meeshaalee haaraa gara Chaayinaa Cheenduutti eegaleera.
Tajaajilli balallii fe’umsaa haaraan kun sochii daldalaa fi geejjibaa meeshaalee Chaayinaa fi Afrikaa gidduu jiru daran saffisiisa akkasumas hariiroo diinagdee fi daldalaa naannawaa lameenii caalmaatti cimsuuf kan gargaaruu ta'uu ragaan Daandii Qilleensichaarra argame ni mul'isa..
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@drhoneliat12em💌
2August 28, 2026 708


