Bu'aan qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ifoome.
Bu'aan qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ifoome jira.
Liinkii kanaa gadii fayyadamuun qabxii keessan ilaalladhaa:-
📌 Marsariitii (Website): https://result.eaes.et
📌 Telegiraamii (Telegram): https://result.eaes.et/telegram
📌 Ergaa Gabaabaa (SMS): https://result.eaes.et/sms
📌 Komii dhiyeessuuf (Complaints): https://result.eaes.et/complaint
Yeroo ammaa barattoonni baay'een qabxii ilaallachuuf yaalaa waan jiraniif marsariitiin ministera barnoota busy ta'aa jira.
Irra deddeebisaa obsaan yaalaa.
#MoE
@UNIVERSITYINFO25
@UNIVERSITYINFO25
#Qabxii #Kutaa #12ffaa
#12th #Grade #12ኛ #ክፍል #Result #ውጤት
1
1
1
1
1August 25, 2026 473

