W/ra Abbaa Allaanga Aanaa Roobee tiif
Roobee
Dhimmii:- Raabsiin xa'oo seeran ala akkaa Qulqullayuu fi seerii akkaa kabajamuu gafachuu ta'a.
Akkumaa armaan olitii tuquuf yalamee sirnii gurgurtaa xa'oo karaa sistaama qofan ergaa rawwaatamu jalqabee waggootan 4 lakkoofsifnee jira.
Hatayuu malee qabatamaa Aanaa keenyatiin yoo ilaaluu waldaalee heduu birratii namontnii mursaani xa'oo lakkoofsan guddaa tayyee akkaa basan sistamaa irraa hubachuun kan dandayamee fi badhaadhinaa seeraan ala barbaduuf namootnii heduu xa'oo akkaa daldalaa jiranii fi kirasasabdummaa keessaa akkaa jiran irraa gahamee jira.
Kanaafu waajirii keessaan rakkoo kana jala bu'ee akka namoota badii akkaasi rawwaatan seerati akkaa nuf dhiyeessiitan xalayaa kana fi ragaa guttuu sistamaa irraa dowload gonee wal qabsifnee isiinif erginee jira.
Waldalee marsaa jalqabaatin qulqulayuu qabu.
1ffaa. Akkiyaa Ayifala fi abo'ali
2ffaa. Ataaba Roobee fi J/Robe
3ffaa.Masaranjee Tamamaa fi M/Abuu
4ffaa. Balakasaa Gaadoo fi Aasindaboo
Fakkenyaa maqaa namootatiin
Akkiyaa
1,Ashabir legasa kuntalaa 123
2,Husseen Hasan 212
3,Masarat Alamuu 92.5
4,xahaa Adam 230
2, Ataaba Roobee
1, Girma Ejersa 402
2,Bakar Abdela Qadoo 336.5
3,masarat Abdela 227
4,Burtukan kafialow 184.5
3, Balaksaa fi Aasindaboo
1, Malasaa Alamuu Birbirsa
2,Bakar Kamaal
3,Mudiin
4,Bakar
4,M/Tamamaa
1,Tarikuu sanbataa 305
Hubachiisaa. Kunii fakkeenyaa yoo xiqatee gandoota hundarayuu namoota 50 oltuu hojii kanaa keessaa kan jiru fi ragaa guttuu wajiraa Abbaa Allangatiif kan erginee yoo tayyuu waldalee hafaanis qulqulleessaa kan jiru tayyuu ha nuf hubatamuu.
G.G
B/B waajira keenyatiif
W/ra Bulchiinsaa A/Roobee tiif
W/ra Paartii Badhaadhinaa tiif
Roobee
EBWHG Godinaa Arsiitif
Asallaa