🇪🇺 Gabaan ce’umsa kubbaa miilaa Awurooppaa cufamuuf guyyaa 1 fi sa’aatii 33 qofatu hafe; kutaa ce’umsa Anfiild keessatti mormiin fi sochiin jiru sadarkaa olaanaa irra gaheera.
🔴 Kilabichi sarara ittisaa fi sarara gidduu isaatti haamilee dabaluuf sa’aatii dhumaa keessatti ce’umsa hatattamaa (Deadline Day Hijack) taasisuuf marii ariifachiisaa jira.
📌 Yeroon hafe gabaabaa waan ta’eef, qorannoon fayyaa ariifiachiisaa fi waliigalteen sanadaa qophaa’aniiru.
YNWA ...🔴
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII

5
2
1
1
1August 31, 2026 1.9K 2