#Freedom Welcome back in #Ethiopia 🇪🇹 🏆
•Obbaleessi keenya #Freedom (Falmataa Abdosh ) Nagayaan gara biyya sa Itoophiyaa galee jira.
•Tik #Africa Challenge irratti Akka Africati Sadarkaa 2ffaa bahuun biyya teenya 🇪🇹 maqaa yaamsise Injifannoo guddaan galee jira. #Congratulations bro.

4September 6, 2026 105