በሙዳረባ ይቆጥቡ ፣ በሃላል ያትርፉ!
Mudaarabaan qusadhaa, Bu'aa Halaalaa Argadhaa!
የሂጅራ ባንክ ሙዳረባ ኢንቨስትመንት ሒሳብ ገንዘብዎን ሙሉ በሙሉ የሸሪዓ መርሆችን በተከተሉ እና ትርፋማነታቸው በጥናት በተረጋገጡ ዘርፎች ላይ በማዋል የላቀ የትርፍ ተካፋይ ያደርጎታል።
የሙዳረባ ሂሳብ ይክፈቱ ፣ ይቆጥቡ ፣ ያትርፉ!
ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!
Herreegni invastimantii Mudaarabaa Baanki Hijraa qarshii keessan guutuma guututti karaa qajeelfama Shari'aa hordofuu fi bu'a qabeessummaan isaanii qorannoon mirkanaa'e irratti bobbaasuudhaan bu'aa ol'aanaa isiniif argamsiisa.
Herreega Mudaarabaa banadhaa, Qusadhaa, Bu'a qabeessa ta'aa!
Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
#hijrabank #journeytoabrightfuture #shariacomliant #mudarba #profitsharing #investment

14August 27, 2026 3.5K 2