በአዲሱ የትምህርት ዘመን ስራዎን ያቅልሉ !
Bara Barnootaa Haaraatti Hojii Keessan Salphisaa!
በሂጅራ ባንክ የተዘጋጀው የትምህርት ቤት ክፍያ መሰብሰቢያ ስርአት (School Fee Management System) ሸሪዓውን የጠበቀ ፣ ሃላልና አስተማማኝ አማራጭ ነው። በዚህ ስርዓት የክፍያ አሰባሰብዎን በዘመናዊ ቴክኖሎጂ ከማቀላጠፍ ባለፈ ትክክለኛ እና ፈጣን ሪፖርቶችን በቀላሉ በማግኘት የተቋምዎን አሰራር ቀላል ማድረግ ይችላሉ።
አገልግሎቱን ለማግኘት በአቅራቢያዎ የሚገኙ ቅርንጫፎቻችንን ይጎብኙ አሊያም በ9381 ይደውሉ።
ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!
Sirni kafffaltii Mana Barnootaa Baaankii Hijraatiin qophaa'e (School Fee Management System) kan Qajeelfamoota Shari'aa eeggate, Halaalaa fi filannoo Amanamaadha.
Sirna kanaan sassaabbii kaffaltii teeknooloojii ammayyaatiin hammatameen gabaasa qulqulluu fi saffisaa salphaatti argachuu dandeessu.
Tajaajila kana argachuuf damee dhihoo keesssan jiru daaw'adhaa ykn 9381 irratti bilbilaa
Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
#hijrabank #journeytoabrightfuture #digitalbanking #schooladminstration
#convinentbanking
#schoolfeemanagmentsystem

8
2September 1, 2026 2.2K