'’ይሸለሙ!’’
"Badhaafamaa!"
አጭበርባሪዎች በኢሜል፣ በፅሁፍ መልዕክት ወይም በማህበራዊ ሚዲያ በሚያጋሯቸው "ሽልማት ደርሶዎታል" ፣ "አካውንትዎ ተዘግቷል" ወይም ሌሎች ትኩረት የሚስቡ የማታለያ መልዕክቶችን የያዙ መስፈንጠሪያዎችን (link) በፍጹም ባለመክፈት እራስዎን ይከላከሉ፡፡
ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!
Liinkota Ergaawwan gowwoomsaa xiyyeeffannoo hatan kanneen hattoota irraa "Badhaasni Si Qaqqabeera", Herreegni kee cufameera" jechuun karaa Imeelii, ergaa gabaabaa ykn miidiyaa hawaasaa irratti qoodaman of keessaa qaban gonkumaa hin baninaa, of eeggannoo gochuun balaa irraa of ittisaa.
Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
#hijrabank #Bank #FraudAwareness #CyberSecurity #ScamAwareness #consumerprotection

10September 1, 2026 1.2K 2