@Gorsa_fayyaa · 7.1K subscribers
Gorsaa ogeeyyii fi odeeffanno dhimmoota fayyaa.
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/Gorsa_fayyaaIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created August 9, 2019per Telegram
We have been tracking it since September 3, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
1 advertiser placed 1 creative in this channel · est. CPM $1–5.
Tooftaa Ittisaa Dhibee Vaayirasii Maarbergi - Tuttuqqaa dhangala'aa (imimmaan, fincaan, dhiiga) nama dhibameerraa of eeguu - Nama dhibeen vaayirasii Maarbergi qabe yoo kunuunsinu haguuggii afaaniifi funyaanii (maaskii) godhachuufi golgaa harkaa (gilaavii) fayyadamuu - Harka saanitaayizariin yooka…
Dhibeen Vaayiraaii Maarbergi Akkamiin Daddarba: - Dhiiga, fincaan, imimmaaniifi dhangala'aa qaama dhibamaarraa bahu yoo tuqan, - Huccuu, uffataafi afata siree, lilmoofi meeshaalee biroo kan dhangala'aa qaama nama dhibamee yookaan dhibee Maarbergiin qabamee du'e keessaa bahuun faalame yoo tuttuqan …
Wantoota Dhibee Waa Irraanfachuutif Nama Saaxilan: ************ 1. Dhugaatii alkoolii, sijaaraa aarsuu. 2. Dhibee marsaa dhiigaa, kanneen akka olka'uu dhiibbaa dhiigaa. 3. Dhibee sukkaaraa qabaachuu. 4. Balaan mataa namaatirra gahuu. 5. Sochii qaamaa dhabuu. 6. Ulfaatina gar-malee. 7. Kophummaa yero…
Namoota dhukkuba gaaraachaa qabdaniif - Fayyummaa Gaaracha Keessaniif: ***** 1. Waantoota dhukkuba garaachaa fidan akka: alkoolii baay’isuu, tamboo xuuxuu, qorichoota ajaja ogeessa fayyaa malee kennaman fayyadamuu fi of dhiphisuu irraa fagaachuu. 2. Nyaata dhukkuba garaachaa nutti cimsan irraa fag…