Geda information promotion ๐Ÿ›œ: post #324 โ€” TG.ME

#Beeksisa_Qacarrii Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Manneen barnootaa sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa Bulchiinsa Magaalichaa keessatti argaman irratti barsiisota hedduu dorgomsiisee Qacaruu barbaada. โœ๏ธ Galmeen Guyyoota kudhan keessaatti karaa online ta'a โœ๏ธ Muuxannoon 0 fi isaa ol Kanaaf Barsiisonni keenya Magaalaa Finfinnee galuu barbaaddanii fi Ulaagaa jedhame guuttaan galmaa'uu dandeessu. #Linkii armaan gadii kanaan galmaa'uu dandeessu แˆ˜แˆ˜แ‹แŒˆแ‰ขแ‹ซ แˆŠแŠ•แŠฎแ‰ฝ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ 1. Manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa irratti galmaa'uudhaaf แˆˆ2แŠ› แ‹ฐแˆจแŒƒ แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‰คแ‰ถแ‰ฝ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://docs.google.com/forms/d/1RRFzFMb2HEoCyRp_ye5E-joooyGYzpAMfEvFBQdbJJs/edit 2. แŠจแ‰…แ‹ตแˆ˜ แŠ แŠ•แ‹ฐแŠ› แ‹ฐแˆจแŒƒ แŠฅแˆตแŠจ 8แŠ› แŠญแแˆ แˆ‹แˆ‰ แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‰คแ‰ถแ‰ฝ https://docs.google.com/forms/d/1exSs8OJs3UzYpyzcqQ8e13-JiczbyGR1ohmYFpdHJOY/edit 3. Barnoota Sadarkaa 1ffaan duraa hanga kutaa 8ffaa isa jala jiraniif Bara Barnootaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://docs.google.com/forms/d/1UXIAIH736rY4YoENoRNSmNsYkZsOJFrh6o7-G3qz53E/edit Odeeffannoo carraa hojiin wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐‘ญ๐’‚๐’„๐’†๐’ƒ๐’๐’๐’Œ: MegersaM.Ayano follow gochuun maatii ta'aa! #Share_Waliif_gochuun_hiriyoota keessaan biraan gahaa

โค3
July 28, 2026 355 13