Beeksisa Qaccarrii Barsiisummaa Ministeerri Barnootaa namoota digiriidhan eebbifamanii ogummaa Barsiisummaatiin manneen barnoota sadarkaa 2ffaa (High School) irratti qacaramanii hojjachuu barbaadan waggaa tokkoof leenjisee barnoota irratti bobbaasuu barbaada. Leenjiin kuni Yuunivarsiitiiwwan 5 keessatti kan kennamu yoota'u, Isaaniis: • Addis Ababa University • Bahir Dar University • Jimma University • Kotebe University fi • Hawassa University Hubachiisa: Namoota Leenjii'uu barbaadan hunda yeroo leenjiitti baasii isaanii mootummaatu danda'a. Namoonni fedhii qabdan beeksisa kana galmaa'uuf maqaa yuunivarsiiitii itti barachuu barbaadduu irratti tuquun bantee galmaa'u ni dandeessu. 1👉 Kotebe University 2👉 Bahir Dar University 3👉 Hawassa University 4👉 Jimma University 5👉 Addis Ababa University
Geda information promotion 🛜: post #315 — TG.ME
November 27, 2025 829 3