
Finfinne News Network | Oromia Media
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, Aanaa Abee Dongoroo keessatti humni finxaalessi Faannoo guddaan walitti qabamee jiraachuu odeessi…
ODUU FNN Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, Aanaa Abee Dongoroo keessatti humni finxaalessi Faannoo guddaan walitti qabamee jiraachuu odeessi maddeen dhaqqabe ni mul’isa. Jiraattonni naannichaa akka jedhanitti, humni Finxaaleyyii Faannoo guddaan yeroo ammaa…
August 12, 2026 59