Kool Paalmar jecha ‘Cold Palmer’ jedhu mallattoo daldalaa… — ᴀᴜʀᴀ — TG.ME

Kool Paalmar jecha ‘Cold Palmer’ jedhu mallattoo daldalaa milkaa’inaan kaa’eera. Sunis bu’uuraan maqaa ijoollee ‘Cold’ Palmer’s ‘Cold’ jedhu eenyullee hayyama isaa malee daldalaaf fayyadamuu hin danda’u jechuudha, sababiin isaas mirga seeraa addaa isaaf kenna. Otoogiraafii isaas milkaa'inaan mallattoo daldalaa kaa'eera. ✍️ Atileetiksii

October 7, 2025 141