Miidhagina Islaamummaa.
Namni suuraan isaa masjida kheysatti mullatu khun, Aliko Dangote ja'ama. Akka Africa tti qabeenyaan tokkoffaadha, bilyeenara... akkasuma investmentii gurguddoo ethiopia kheysaa qaba. Islaamummaa kheysatti namni sodaa rabbiitiin wal caala, Masjida warra VIP fi khan hiyyeessaa wanni ja'amun jiru, namayyuu duree rabbiititti wal qixa.
Allaaha islaamummaa nu badhaaseef galanni haa gahu.
Join
╭┈─────────
╰┈➤ @bishaara_4







