@Damina_tech · 9.4K subscribers
Buy ads: https://telega.io/c/Damina_tech Welcome to Damina Tech official crypto news💎 channel!🚀 🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us !
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/Damina_techIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created April 22, 2022per Telegram
We have been tracking it since July 18, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
3 advertisers placed 4 creatives in this channel · est. CPM $1–5.
Haalli kaffaltii (Monetization) YouTube irratti jijjiiramni godhame. YouTube Creators chaanaala isaanii irraa qarshii argachuuf (Monetized ta'uuf) gaaffii sa'aatiiwwan ilaallamu (Watch Hours) dachaan dabaluu isaa beeksise. Kanaan dura chaanaala tokko Monetize ta'uuf ji'oota 12 darban keessatti sa'aa…
[media, no text]
🚨 Oduu Ammee | DeepSeek gatii tajaajila API isaa dabaluuf deema! Kampaniin teeknoolojii Artificial Intelligence (AI) Chaayinaa DeepSeek yeroo dhiyootti gatii tajaajila API isaa dhibbeentaa olitti dabaluuf karoorfachuu isaa beeksise. 📌 Qabxiilee Ijoo * 💰 Dabalata Gatii: Kaffaltiin tajaajila API yero…
[media, no text]
Appilikeeshinii Baankii Daldala Itiyoophiyaa (CBE App) irratti rakkoo isin mudate furuuf:** Yoo Appilikeeshiniin Baankii Daldala Itiyoophiyaa isinif banamuu dideefi "Suspicious Accessibility Service" kan jedhu ergaa isiniif erge, tarkaanfiiwwan armaan gadii hordofuun salphaatti furuu dandeessu: 1️⃣ …