ERGAAGALATEEFFANNAA #MANAAQORICHAABIIFTUU IRRAA ♥️♥️🙏🙏 Hiriyoota… — Dr.Chala — TG.ME

#ERGAAGALATEEFFANNAA #MANAAQORICHAABIIFTUU IRRAA ♥️♥️🙏🙏
Hiriyoota koo jaallatamoo,
Deeggarsa, jaalala, jajjabeessa fi yeroo hunda na cinaa dhaabbattan hundaaf irraa garaa koo keessaa isin galateeffadha. Rabbiin jaalala, obbolummaa fi hariiroo keenya kana nuuf haa eegu.
Hedduu isin jaalladha, hedduu isin galateeffadha.
❤10👏5
August 31, 2026 640