Oduu Gammachiisaa Jiraattota Aanaa Gooroo Guutu Magaalaa ##karamilee… — Dr.Chala — TG.ME

Oduu Gammachiisaa Jiraattota Aanaa Gooroo Guutu Magaalaa ##karamilee hundaaf
#Mana #Qorichaa #Biiftuu #ቢፍቱ #ፋርማሲ

🏥 "Mana Qorichaa Biiftuu" (Mana Qorichaa Biiftu) Dr. Chala'n gaggeessamu yoo ta'u . Tajaajila Fayyaa quubsaa fi Gatiin isaa madaalawaa tahe uummanni Keenna akka argatuuf jecha #ManaQorichaaBiiftuu Sadarkaa isaa eeggate Magaalaa #karamilee keessatti jalqabnee jiraa waan ta'eef namoonni yaalaan cinatti qorichoota adda addaa barbaaddan kan Ajajaan dhufanis dabalatee nu biratti ni argattu.
***
Filannoo tajaajila keenyaa kanaan nuu biraa Argattu
✅️Qoricha Rakkoo
✅️Kununsaa gogaa.
✅️Qulqullina ilkaan fi kununsaa ilkaannii.
✅️Kununsaa rifeensa.
✅️Qulqullina dhuunfaa .
✅️Vitaaminoota fi Albuudota .
✅️Kununsaa nyaataa .
✅️Dibata miidhagina .
✅️Kununsaa daa'immanii
✅️Kununsaa haadhoolee ulfaa.
✅️Gorsa fayyaa barbaachisaa
✅️Qoricha dhukkuboota hundaaf
✅️Gorsa haadhoolee ulfaa fi Daa'imaanni

Kota tajaajila keenya Qulqullinaa ol'aanaa qabuu 24hrs argaadha
❤1🥰1
August 30, 2026 659