📚 Student Roster Bilbila Keessaniin Hojjechuu Baradhaa! 📱 Barsiisaa yoo taatan, viidiyoon kun isiniif qophaa'e. ✅ Roostara barataa bilbilaan ✅ Maqaa barattootaa galmeessuu ✅ Qabxii isaanii galchuu ✅ Total (Waliigalaa) shallaguu ✅ Average (Giddugaleessa) baafachuu ✅ Student Roster guutuu bilbila keessaniin qopheessuu Kompiitara malee, bilbila keessan qofa fayyadamuun hojii kana salphaatti hojjechuu ni dandeessu. 🎥 Viidiyoo guutuu ilaalaa, beekumsa kana hiriyyoota keessaniifis qoodaa. 👍 Like godhaa 💬 Yaada keessan nuuf barreessaa 📢 Share godhaa 🔔 Chaanaalii keenya Subscribe godhaa https://youtu.be/JlJS6sQM6Qg?si=7OR2umwFa8fILAng Abuki Tech – Barnoota Tekinoloojii #StudentRoster #AbukiTech #BarnootaTekinoloojii #AfaanOromo #ExcelMobile #TeacherTips #SchoolManagement #Technology #Education #OromooTech #MobileLearning #EthiopiaTech #RosterTutorial #DigitalEducation
YouTubeRoostara Barattoota Salphatti Bilbila Keenyaan📱 Abuki Tech | Barnoota Tekinoloojii Baga nagaan dhuftan gara Abuki Tech! 📚 Barnoota Student Roster Bilbila Keessan Irraa! 📱 Viidiyoo kana keessatti akkaataa Student Roster b…
13
2
1