Biiroo Barnoota Oromiyaa: post #568 — TG.ME

#Beeksisa 📅 08/09/2018 Qormaatni Kutaa 6ffaa, 8ffaafi Moodeelaa Kutaa 12ffaa #Guyyaan_Fooyya'e. ✨ ---------------- Haaluma kanaan; Qormaatni Kutaa 6ffaa #Waxabajjii 8-9/ 2018, 📝 Qormaatni Kutaa 8ffaa #Waxabajjii 11-12/2018 fi 📝 Qormaatni Moodeelaa Kutaa 12ffaa immoo, #Caamsaa 13-17/2018 tti fooyya'uunsaa beekameera. 📢 Dhumarratti, Haala Waliigalaa Qormaata Kutaa 6ffaafi 8ffaa bal'ina isaa qabannee kan dhihaannu ta'a. 👇 #Yeroo_Qophiifi_Carraa_Gaarii_Barattoota_Keenyaaf_Haata'u. Oromia Education Bureau 🏫

❤3👍2🔥1
May 17, 2026 3.9K