๐ #Telegram_Update โ Privacy Haarawa!
Telegram update haaraa keessatti privacy (dhimma dhuunfaa) irratti jijjiirama guddaan dhufeera ๐
๐ Wanta haaraa:
๐ Amma Normal Chat keessattillee:
๐ซ Forward gochuu dhorkuu dandeessa
๐ซ Copy gochuu ittisuu dandeessa
๐ซ Screenshot / Screen record dhorkuu dandeessa
โก๏ธ Odeeffannoon kee gara nama 3ffaa akka hin darbu ni eeggama! ๐
๐ Akkaataa itti fayyadamtan:
1๏ธโฃ Chat nama barbaadduu banaa
2๏ธโฃ Mallattoo tuqaa sadii (โฎ) gubbaa mirgaa tuqaa
3๏ธโฃ โDisable Sharingโ jedhu filadhaa
4๏ธโฃ ON/OFF gochaa
โ ๏ธ Hubachiisa:
๐ Tajaajilli kun yeroo ammaa Telegram Premium fayyadamtootaaf qofa dha.
๐ฒ Odeeffannoo tech haaraa argachuuf ๐@ADEMO_TECH
#Telegramapdate

6March 27, 2026 435 1