YuunivarsiitiiMaqallee 🎓 Yuunivarsiitiin Maqallee barattoota… — ABC News Afaan Oromoo — TG.ME

#YuunivarsiitiiMaqallee 🎓

Yuunivarsiitiin Maqallee barattoota buleeyyii digrii jalqabaa idilee bara barnootaa 2019’if, guyyoonni galmee Fuulbaana 09 fi 10/2019 A.L.I ta'uu beeksiseera. 📅

Kanaaf, barattoonni buleeyyii guyyoota caqasaman kana irratti gabaasa akka taasisan Yuunivarsiitichi hubachiiseera. 📝

Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@drhoneliat12em💌
❤1
September 7, 2026 520