Taphattoonni kaadhimatoonni badhaasa Baalaandoorii ifooman
Finfinnee, Qaammee 3, 2018 - Taphattoonni kaadhimatoonni badhaasa Baalaandoorii damee dhiirotaa bara 2026 ifoomaniiru.
Haaluma Kanaan Viiniishiyas Juuniyar, Viitiinihaa, Daayoot Uuppaameekaanoo, Wiiliyaam Saaliibaa, Feeraan Toorees, Deeklaan Raayis, Roodrii, Kiyoonoonees, Paachoo, Joo’aa’oo Neevees, Miikeel Ooliisee, Liyooneel Meesii, Nuunoo Meendees fi Kiiliyaa Mimbaappeen eeramaniiru.
Kana malees Laawutaaroo Maartiineez, Saadiyoo Maanee, Kiiviichaa Kivaaraaskeeliyaa, Maarkooniyoos, Laamiin Yaamaal, Ashraaf Hakiimii, Haarii Keen, Gabreel Maagaaleesh, Haalaand, Biruunoo Feernaandeez, Luwiis Diyaaz, Osmaan Deembeelee, Maark Kuukuureeyaa, Kuubaarsii, Juud Beeliinghaam fi kaadhimamtoonni biroon ifoomaniiru.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@drhoneliat12em💌
September 8, 2026 416






