Kutaa_12ffaa #Placement 📝
Barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 fudhattanii qabxii darbiinsaa fiddan hundaaf: 🎓
Filannoo dhaabbilee barnoota olaanoo ykn Yuunivarsiitii fi gosa barnootaa keessan hanga Hagayya 28 bara 2018 irraa kaasee hanga Qaammee 5 bara 2018 tti link armaan gadiin akka guuttan 📅, kana taasisuuf Mana Barnootaa deemuun isinirraa hin eegamu iddoo jirtanitti ofii keessanii guutuu dandeessu.
https://student.ethernet.edu.et/ 🔗
Hubachiisa :- qaama miidhamtoonni, lakkuuwwan saala wal fakkaataa fi daa'imman ji'a jaha gadi kan qabdan ragaa seeraa barbaachisaa dhiyeessuu qabdu. 📄
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@drhoneliat12em💌

2September 3, 2026 783 1