Hagayya 27/2018 Waamicha_Leenjii Kaadhimamtoota Barsiisota… — ABC News Afaan Oromoo — TG.ME

Hagayya 27/2018 Waamicha_Leenjii Kaadhimamtoota Barsiisota Dorgomtoota Leenjii Gabaabaa Bu'uura Boruu Sartifikeetii Marsaa 2ffaatiif : 1. Fulbaana 04, 2019 Kaampaasii galtanii buluu qabdu. 2. Leenjiin Fulbaana 05, 2019 eegala. 3. Yommuu gara leenjii dhuftan ragaa barnootaa keessan Orrijinaala (Kaardii kutaa 8ffaa, Interaansii kutaa 12ffaafi tiraansikiriiptii kutaa 9 - 12ffaa), waraqaa eenyummaa keessan agarsiisu, suuraa 3cmx4cm lama, uffata halkanii, uffata boraatiifi ansoolaa qabadhaatii koottaa. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌

September 2, 2026 567