ማስታወቂያ!
(ነሀሴ 15/2018 ዓ.ም) በምስራቅ ጎህ 2ኛ ደረጃ ትምህርት ቤት የሳይንስ ልህቀት ማዕከል ለመማር ለተመዘገባችሁ ተማሪዎች በሙሉ፦
የተመደባችሁበትን የመግቢያ ፈተና መውሰጃ ጣቢያ በማየት የፊታችን እሮብ በ20/12/2018 ዓ.ም ከጠዋቱ 1:30 ጀምሮ በመገኘት የመግቢያ ፈተናውን እንድትወስድ እያሳወቅን ሞባይልና መሰል ግብዓቶችን ይዞ መገኘት የተከለከለ መሆኑን እንገልፃለን።
BEEKSISA!
Barattoota Giddugala Saayinsiifi Kalaqaa Misiraaggoo Sad.2ffaatti Barachuuf Galmooftan hundaaf
Bakka qorumsa seensaa itti fudhattanitti Roobii dhufu jechuun gaafa 20/12/2018A.L.Itti waaree dura sa’aaatii 1:30 buufatalee qormaataatti akka argamtan jechaa yeroo dhuftan waraqaa eenyuummaa keessaan ibsu qabattan akka argamtan jedhaa meeshaalee elkitiroonikisii kanneen akka moobayili qabattan argamuun dhorkaadha.
Nagaa wajjin!
ለተጨማሪ የመረጃ አማራጮች ማሰፈንጠሪያውን ይጫኑ!
https://linktr.ee/aacaebc






















