🔔 ODUU SAAYIBARII 🚨 Itoophiyaatti ji’oota 9 keessatti haleellaan saayibarii kuma 50 ol galmaa’eera! 💻⚠️ ✔️ Lakkoofsi kun haleellaawwan saayibarii bu’uuraalee misoomaa gurguddoo irratti raawwataman qofa kan agarsiisu yoo ta’u, yaaddoo nageenya saayibarii biyyattii keessa jiru kan mul’isuudha. 🛡️ Nageenyi saayibarii dhimma nama hunda ilaallatuudha! 🔻🔻🔻 SHARE ➤ @OroTechGutee SHARE ➤ @OroTechGutee
August 30, 2026 475