Akkaa uumama harka namaa fakkeessuun kan hojjetame NEO'n, roobootii… — GUTEE TECH — TG.ME

Akkaa uumama harka namaa fakkeessuun kan hojjetame NEO'n, roobootii addunyaa keenyaa isa baay'ee ammayyaawaa ta'eera. • Ariitii namaa olitti socho'uu kan danda'u yoo ta'u, burcuqqoo harka isaa irraa kufuuf jedhu battalumatti qabatee baraaruuf dandeettii miiraa (sensory) olaanaa qaba. • Bishaan kan keessa hin seenne (waterproof) waan ta'eef mi'a qulqullessu kan danda'u yoo ta'u, daa'imman bira sodaa malee ta'uuf laafina fi eeggannoo ga'aa qaba. • Hojiiwwan mana keessaa (akka uffata dachaasuu) bira darbee, gara fuulduraatti qaama miidhamtootaaf qaama namtolchee ammayyaa hojjechuuf filannoo guddaadha. SHARE ➤ @OroTechGutee SHARE ➤ @OroTechGutee

August 28, 2026 505