Ni_danda'aa?" ‎"Namni garaacha (Stomach )malee jiraachuu ni… — Dr. Abdisa Ejeta — TG.ME

"#Ni_danda'aa?"

‎"Namni garaacha (Stomach )malee jiraachuu ni danda'aa?" Tokkotu akkana jedhee na gaafate. Deebii isaa siniifis haa qoodu.

‎Sababoota garagaraaf garaachi guutummaa guutuutti baafamuu (Total gastrectomy) danda'a. Yeroo kana, ujummoon nyaataa (Esophagus) gara mari'immaan qal'aatti (Small Intestine)-tti qabsiifaama. Haala kanaan, nyaanni ujummoo nyaataa irraa gara mir'immaan qal'aatti kallattiin darba. Kanaafuu, namni garaacha malee jiraachuu ni danda'a. Eeyyeen, ni danda'a!

‎Fayyaa hin dhabiinaa!

‎Dr. Abdiisaa Ejjetaati

@Orobook
August 15, 2026 4.2K 4 5