Dhugaa jirtuu Dubbisii🙏🖤😓
RAGAALEE MUHAMMAD ERGAMAA SOBAA TAASISAN KEESSAA QABXIILEE MURAASA!
#1,Muhammad ani namuma akkaa keessaniiti jedha ,(Sura Al kahf 18:110)
* Yesuus Waaqadha (Yohannis 1:1-2 ,Yohannis 10:30)
#2,Allahn Muhammad cubbamaadha jedha (Sura Al Ghaafir 40:55,Sura Al Fath 48:1-2
*Yesus cubbuu tokkollee hin qabu (2Qoronxos 5:21)
#3,Muhammad dinqii tokkollee hin hojjannee, lubbuu namaa ajjeessuun alatti,(Sura Al Israa 17:90-95,Sura Al Imraan 3:183,Sura Al Maaida 5:33,Sura Al Ankaboot 29:50-51
*Yesuus dinqilee gurguddaa hedduu hojjete ,isaan keessaa muraasa;
~Bishaan daadhitti jijjiree (Yohannis 2:1-11)
~Du'aa boollaa kaase (Yohannis 11:1-44, Marqos 16:4-6)
~Bishaanirra deemeera (Yohannis 6:16-24)
#4,Raajiin Muhammad akkaa dhufuu ragaan ibsuu tokko illee hin jiru
*Yesuus, Dhalachuu, jiraachuu, du'uu fi du'aa akkaa kahuu raajonni hedduun dubbataniiru fakkeenyaaf (Isaayyas 9:6)
#5 ,Muhammad diinota isaa fi namoota kamiyyuu kan ajajamuu fi didaan ajjeessaa ture (Sura At Tawba 9:5)
*Yesuus diinota keessan jaaladha jedha (Matiyoos 5:43-44)
#6,Muhammad ilmaa isaa niitii hiiksisee ofiif fuudhe (Sura Al Ahzaab 33:36-37)
*Yesuus haadha manaa keessan hin hiikinaa jedha (Matiyoos 19:7-8)
#7,Muhammad hordoftoota isaatin namoota amantaa isaa hin fudhannee irratti waraana banaa jedhee labsa (Sura Al Maaida 5:33,Sura At tawba 9:29
*Yesuus duuka buutota isaatiif aangoo seexana baasuu fi dhukkubsattoota hundumaa fayyisuu kenneef (Matiyoos 10:1,Marqos 6:12-13
#8,Muhammad hordoftoota isaatiin deemaatii dirqisiisaa warraa hin amannee irraa gibira 20% gootaraa kootti galchaa jedha (Sura At Tawba 9:29)
*Yesuus namoota horii hin gaafatiinaa jedha (Matiyoos 10:8-9,Luqaas 10:7)
#9,Muhammad magaalaa ykn Mandarrii tokko amantaa Muslimaa yoo fudhachuu didanii ajjeessaa jedhee ajaja ( Sura At Tawba 9:5,Sura At Tawba 9:29,Sura Nisaa 4:89)
*Yesuus hordoftoota isaatiin namni tokko ykn mandarrii tokko yoo isin simachuu baate dhiisaatii adeemaa jedha (Matiyoos 10:14-15 fi 23)
#10, Muhammad hordooftonni isaa lubbuu isaanii dabarsanii isaaf akkaa kennaniif ajaja (Sahih Muslim 4413)
Yesuus lubbuu isaa osoo hin maraarsifatiin dabarsee dhala namaa hundumaaf kenne (Yohannis 11:52,Yohannis 18:11,1ximotiyoos 2:6,1phexros 3:18)
#11,Muhammad gaafa du'uu warraa Jewish fi kristaanaa lafarraa duguugaa jedhee dhaame,(Hadith Malik 511:1588)
*Yesuus yeroo du'uuf gahuu yaa Abbaa waan godhanii hin beekanii isaaniif dhiisii jedhe (luqaas 23:34)
#12,Allahn nama amantaa Muslimaa hin fudhannee hin jaalatu jedha Muhammad, (Sura Ar- Room 30:45,Sura Al Imraan 3:32,Sura Al Hajj 22:38)
*Yesuus akkas jedha, Waaqayyoo Ilmaa isaa tokkicha hanga kennuufitti akkasumatti biyyaa lafaa jaalate jedha (Yohannis 3:16)
#13,Muhammad dubartoota dhagaadhaan dhahaa ajjeessaa jedhee ajaja (Muslim 4206)
*Yesuus immoo isin keessaa namni cubbuu hin qabaanne yoo jiraate innii jalqaba dhagaa dubartii kanatti haa darbatu jedheen. (Yohannis 8:7)
#14 Muhammad warraa amantaa Muslimaa hin fudhannee jalaa qabeenya isaanii saamaa jedha (Bukhari 44:668,Ibn Ishaq 674)
*Yesuus hin hatiinaa jedhee abboomaa (Matiyoos 19:18,Bau 20:15)
#15, Muhammad Soba eeyyameera (Sahih Muslim 6303,Bukhari49:857)
*Yesuus Sobaan nama irratti ragaa hin bahiinaa jedha (Matiyoos 19:18)
#16,Muhammad daldalaa garbaa hojjetaa ture (Sahih Muslim 3901)
*Yesuus ofii isaatiin gatii warraa cubbamootaa baase (Qolosaayis 2:14)
#17, Muhammad namoota isa arrabsaan ajjeessaa ture (Bukhari 56:369,Bukhari 4:241)
*Yesuus dhiifama waliif godhaa jedha ( Matiyoos 18:21-22,Matiyoos 5:38)
#18, Muhammad dubartoota 13 fuudhe, akkasumas garboota isaa wajjin ciiseera (Bukhari 5:268,Sura Al-Ahzaab 33:50)
*Yesuus gonkumayyuu hin fuune (Jesus was celibate ) akkasumas dubartii faana hin ciifne
#19,Muhammad mucaa waggaa 9 fuudhee wajjin ciiseera (Sahih Muslim 3309,Bukhari 58:236)