@Oobdii · 1.1K subscribers
OBDI is the field where mankind is served spiritualy, socially, physically and mentally to promote wholistic maturity and successful life. OOBDIIN dirree ilmi namaa bilchina hunda galeessaa, ..f karaa Afuuraa, hawaasummaa, fi...tiin itti tajaajilamaniidha
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/OobdiiIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created September 23, 2018per Telegram
We have been tracking it since August 24, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
9 advertisers placed 10 creatives in this channel · est. CPM $1–5.
Jechuun dhugaa Macaafa Qulqulluu ofitti dubbachuun barbaachisaa dha. “Waaqayyotti nuyi kooluu in galla, inni humna keenya, inni rakkina keessatti gargaaraa ta'uun isaa beekameera” jedha. (Far 46:1) ⏩️ Yeroon dhaamsa kiyya goolabu; gaafa lubbuun keenya dadhabdu: 🔝Gara Waaqayyootti si’annee haa dee…
Dadhabina Hafuuraa (Spiritual depression) (Far 42:1–11) Faarfannaa 42 irratti Faarfataan(Ilmi Qoree ) yeroo jireenyisaa hafuura goggogee fi Waaqayyoo irraa fagoo ta’ee itti muldhatetti, irra deebiidhaan gara Waaqayyootti deebi’uuf akkamitti akka qabsaa’e nutti agarsiisa. Ku…
[media, no text]
Boqonnaa 13-17 (Irbaata Dhumaa fi Barsiisa Goolabaa): Kun marii Yesus bartoota isaa wajjin kophaatti godhe isa dhumaati. Boqonnaa 13: Miilla bartootaa dhiquun fakkeenya gad of deebisuu fi tajaajilummaa isaan barsiisa. "Abboommii haaraa" akka wal jaallatan isaanitti kenna. Boqonnaa 14: Inni "Karich…
Wangeela Yohaannis. Wangeelli kun isa afraffaafi isa adda ta'e yoo ta'u, eenyummaa Yesus Kiristoos isa hafuuraa fi Waaqummaa isaa irratti xiyyeeffannoo guddaa kenna. Inni Wangeelota sadan kaan (Maatewos, Maarqos, Luqaas) irraa akkaataa barreeffamaa fi xiyyeeffannoo isaatiin adda. Yaada Waliigalaa …