Mariin Biyyoolessaa” Oromoo fi Oromiyaa Irratti maaliif xiyyeeffate?… — OMN Telegram News channel — TG.ME

~Mariin Biyyoolessaa” Oromoo fi Oromiyaa Irratti maaliif xiyyeeffate?
~Magaalaalee Oromiyaa Finfinnee fi Dirree Dhawaa Irratti maaliif fuulleffate?
~Aggaammii Maqaa Marii Biyyooleessaan Oromoo fi Oromiyaa irratti aggaamame qolachuuf maal gochuu qabna? Bor Sanbta Adol. 25, 2026 galgala saa’atii 1:00 jalqabee OMN irratti adeemsifama. hirmaadhaa
❤1
July 24, 2026 1.7K