Icciiti Guddaa Jireenya Keessatti Milkaa'inaaf nu Gargaaran
-Boriin keennaa milkii gaariin guuttamee akka nu eegaa jiran yeroo hunda amanu.
-Ati duubatti hin hafne.
-Yeroon kee hin darbine.
-Dogoggora yookaniif seenaa kee darbeen carraa kee hin balleessin.
-Hireen jireenya haaraan tokko seenaa jireenya kee guutuu jijjiiruu danda'a.
-Amantii fi abdii qabaadhu; deemsa kee hin dhaabin.
โ Kutaawan jireenya keessaa hundarra gaariin haala hundarra ulfaataa ta'an keessa darbuudhan arkamu.
โ Tan Dabarteef Qalbii hin Cabsin
โช๏ธArdhuma jabeeffadhu
DhiiromiโกGootomi!!
@Ramiiz1TP


