Iddoo dukkanaa hamaa keessaattis, ifni ni argamaโจ Jireenyi yeroo baayโee hamilee nama cabsuu dandaโa. Rakkoolee, dadhabbii fi gufuuwwan jireenya akka urjii ifa keessattis dhokatanii argamuu dandaโu. Garuu akkuma urjiin bishaan cuquliisa keessa ifa taโee, abdiin fi qajeelfamni yeroo hamaa keessa illee ni jiraatu. ๐ก -Jireenyi Addunyaa siif mijatee ifaa fakkaattus, rakkooleen dhokatan jiraachuu dandaโu. - Yeroo dukkana keessatti waan haftu sitti fakkaatus, abdiin kee iddoo tokkoo sitti ni mulโata. Deemsa kee itti fufi. - Yeroo tokko tokko, bareedina keessa kee fi naannoo kee jiru dhugumaan argachuuf gara gadi seenuu qabda rakkoolee takka hin arkin dhandhamuudha qabda. Yaadadhu: Urjiin aduu waliin dorgomu hin barbaadu โ dukkana keessatti tasgabbiin ifee jiraata.ofii kee isa sirrii argadhu. ofii kee fudhadhu. Haala hunda keessattis of jaaladhu. Haala hamaa fedhe keessattis wanti gaariin jira waan taheef.
๐๐ฐ๐ฐ๐ถ๐ถ๐๐ถ ๐ ๐๐ง๐๐๐ฃ๐ฎ๐๐ก: post #591 โ TG.ME
May 18, 2026 907 1 5