Iraan Ulaa Hormuuz irra deebiin banuuf haal duree qopheessuuf akka… — Oduu — TG.ME

Iraan Ulaa Hormuuz irra deebiin banuuf haal duree qopheessuuf akka jirtu barreessaa olaanaa Mana Maree Nageenyaa Biyyaalessaa Moohsen Reezaa himan. Tehraan kana kan qopheessaa jirtu gaaffii garee araarsitootaa fedhii ishee akka dhiyeessituuf gaafatan irraa ka'eeti jedhameera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rYhPvRH
BBC News Afaan Oromoo
Iraan Ulaa Hormuuz irra deebiin banuuf haal-duree kaa'uu aangawaa olaanaan himan
Iraan Ulaa Hormuuz irra deebiin banuuf haal duree qopheessuuf akka jirtu barreessaa olaanaa Mana Maree Nageenyaa Biyyaalessaa Moohsen Reezaa himan. Tehraan kana kan qopheessaa jirtu gaaffii garee araarsitootaa fedhii ishee akka dhiyeessituuf gaafatan irraa…
August 28, 2026 820