#Bu’aa_Qormaata_Remidiyalii
Barattoonni bara 2018 A.L.I. sagantaa Remidiyalii keessatti barnoota isaanii hordofaa turan bu’aan qormaata isaanii gadhiifameera.
Bu’aa keessan ilaaluuf:
👉 https://result.ethernet.edu.et seenaa.
Ergasii:
Remedial Examination jedhu jalatti View Results kan jedhu cuqaasaa.
Username keessan galchaa.
Bu’aa qormaata keessanii ilaalaa.
Qormaata sagantaa Remidiyalii biyyaalessaa, kan Caamsaa 27 hanga Waxabajjii 03/2018 A.L.I. kenname irratti, waliigalaan qormaata fudhattoonni 53,620 hirmaachuu isaanii Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa beeksisuu isaa ni yaadatama. #RemedialResult
በ2018 ዓ.ም የሪሚዲያል ፕሮግራም ትምህርታቸውን ሲከታተሉ የቆዩ ተማሪዎች ውጤት ተለቋል።
https://result.ethernet.edu.et ላይ በመግባት Remedial Examination ከሚለው ስር View Results የሚለውን በመጫንና Username በማስገባት ውጤትዎን ይመልከቱ።
ከግንቦት 27 እስከ ሰኔ 03/2018 ዓ.ም የተሰጠውን ሀገር አቀፍ የሪሚዲያል ፕሮግራም ፈተና 53,620 ተፈታኞች መውሰዳቸውን የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት መግለፁ ይታወሳል።

13September 1, 2026 6.6K 7