﴿من قام مع الإمامِ حتى ينصرفَ هو، كُتِبَ لهُ قيامُ ليلةٍ﴾
ergamaan Rabbii ﷺ Akkana jadhan:- Namni imaama wajjiin salaata Taraawiiha hanga inni xumurutti waliin dhaabbate, halkan salaataan akka dabarsetti isaaf barreeffama.
12February 19, 2026 451
12