Yoo jiruu kee keessatti waan gaarii arguu feete rabbii kee yaadadhu ✍Rabbii kee yaadachuuf immo salaati,salaata saniin ni'imaan rabbi biraa siif dhufti ✍Salaata saniin toltuun si qunnamtu hundi siif dhufti ✍Salaanni kee tollaan jiruun jiruu keetii siif tolti🙏 ✅Allaahumma solli alaa muhammad... 🍂Rabbiin worra salaata isaa waa hunda caala eeggatee salaatu nuhaa godhu🤲
July 9, 2026 320 2 1